Kyra

Ob💲a.74 🧢

FR
en
Followers
130.0k
Average Views
1.2k
Engagement Rate
19.8%
Loading...Loading...
Related Profiles
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Replying to @tsege fyes ANA ✍️Naannoo ani jiraadhuu guutummaatti namoota ani argee hin beekneen dhaalamteetti. Konkolaataa gosa addaa addaan naanna'u. Yoo na barbaaddan hin hususiinaa natti himaa hin yaadda'inaa. Du'as ta'u jireenya, uummata keenya gidduutti hundaa keessummeessuuf qophiidha. Kanaaf diinnuummaa keessan dhuma isaa nu duruu beekna, ittuu nutti hin argisiisinaa. Anaaf diinni isa dhugaa koo irraatti naa ajjeesuu fi na hidhudha.kanaaf immoo duutiif hidhaan amma oromiyaa kessatti ta'a jiru du'a kooti. Ani hamman jiruutti dhugaa uummata koo bakka Isheen jirtuu qotee baasuuf duubatti hin jedhu. Yeroo hundaa dhugaa saba koo nan dubbadha. Uummatichaafis nan jiraadha. 🕊️Ani dhuunfaadhaan gaaffii hin qabu. Garuu akka sabaatti dhumaa waan jirruuf, nun ajjeesinaa isiniin jenna. Beekaa; isin kadhachaa jirra.  Du'uu waan hin barbaanneef waan baay'ee isin kadhanne.  Yoo waan jenne diddan garuu hundaa didnee, diignee isinitti argisiisna.  Utuu kadhannuu erga duunee, utuu ajjeesnuu du'uunis salphaa nutti taati.   ☺️Uummanni har'a waan nyaatu dhabee, mana keessa jiraatu dhabee, dhuma irra morma isaa dhabaa jiru kun sin teessoo sana irra teessisuuf reeffa dhala isaa irra taa'ee darbeem. Akka ati morma irraa kuchisiistu yoom bare inni😭akka heating ijoollee isaa isa biraatti namootaan gudeedaamtu yoo hubaanne. 🫴Utuu kana beekne bittaa alagaa jalaa ba'uuf, maalif dhala gabbarra.  Teessoon nuti keenya jennee,  keenya itti ol yaasne utuu hin turiin ormaaf ofiin kiristinnaa of kaase. Nu jibbee nu gane.  Gantummaa keessanii fi gadhummaa keessan utuu arginuu dhiiga ofii gannuuree? Jennee waggoottaniif kadhaa keessaniif laga baay'ee lixne, muummee baay'ee qaxxaamurre. Garuu isinitti homaa hin fakkaanne, ammayyuu isa abbaa keessan ajjeesee wajjin nyaattanii dhugdu, waliin nu ajjeestu, qalamuu keenyatti dabballoota keessan qoosistu. Kun immoo nuuf xiiqii guddaa dha,jibba guddaadha,Aarti guddaadha. Morma tokkitti qabnu cituu waan hin barbaanneef. Kanaaf morma keenyaaf mormaachuu murteessine. 🆓Amma mana irra naannoftanii nan doorsisiina. Ani dantaa keessan hin qabu. Silan uummataaf ba'e, durseen dhugaa saba kiyyaaf ba'e, ani guyyaa hundaa uummata koo dubbachuuf humna dhabeef nan dubbadha📢 ✍️Dhugaan na biratti dhugaadha. Uummanni isin nuffeera, dadhabeera. Garuu akka isin yaaddan sana miti.  ✍️Waan isin yaaddan isin durseen beeka; uummanni kun yoo beela'e, yoo ajjeefame, yoo doorsifame, humna isaa fixatee harka laadhataadhaan akka isin qe'ee keenya diigdan beekna.  Garuu hubadhaa mootummaan abbaa irrummaan kana booda oromoo bulchuu hin danda'u. Abbaan duruu ilmaaf obsa, garuu obsi namaa daangaa qaba. Kanaaf adamoo koo dhiisaa. Ani sodaa waan jedhamu isin irraa hin qabu. Isin meeshaa waraanaa qabdu, ani immoo dhugaa uummata koon qaba.  🫴Yoo Wal-balleessuu immoo haaraa miti. Maaddii tokko irraa utuu nyaattanii dhiiga koo, fira koo, obboleessa koo,' Hacaaluu Hundeessaa' hin galaafannee isin.😭 Dhugaa uummataa dubbachuu isaaf gameessicha ilma Oromoo 'Jaal Battee Urgeessaa' hin nyaannee isin.😭 Kanaaf eenyutu isiniif dhugaa isaa dhiisa jettaniitu. Dhugaa keenyaaf bakkee bulaa jirraam dhagaa boraafanne.  Guyyaa tokko ganamaan qotee bulaan gameef kun of irraa isin geggeessa. Isin meeshaa gurguddaa abdattu, nuti immoo dhugaa keenyaaf, Uumaafi uummata keenya abdanna. ✍️Jajjaboodha kan jedhaman mootummoota baay'eetu daaraa botoroo ta'e. Meeqa kan miilla bakar waaree ta'e. Guyyaa tokkicha daaraa botoroo taatu. Kanaaf nu dhiisaa. Uummata keenya gadadoo keessaa baafanna waraana maqaa itti moggaastanii uummatatti gad dhiistan kana nurraa hidhadhaa. Uummata ijoollee keenya isin jedhu kana irraa dhaabbadhaa. Inni hin beeku bishaan ormaan cuubaamtanii akka isin ormoomtan.   🙅Ajjeesaan ajjeesuu hin nuffu yoo ta'e, nuti immoo yeroo malee du'uu hin barbaannu.  🙅Beekaa dhaloonni kun dhaloota Ijibbaataati. Ijibbaata falmanna.#freeoromiya #freesalale #obsa74 #stopgenocide
Replying to @tsege fyes ANA ✍️Naannoo ani jiraadhuu guutummaatti namoota ani argee hin beekneen dhaalamteetti. Konkolaataa gosa addaa addaan naanna'u. Yoo na barbaaddan hin hususiinaa natti himaa hin yaadda'inaa. Du'as ta'u jireenya, uummata keenya gidduutti hundaa keessummeessuuf qophiidha. Kanaaf diinnuummaa keessan dhuma isaa nu duruu beekna, ittuu nutti hin argisiisinaa. Anaaf diinni isa dhugaa koo irraatti naa ajjeesuu fi na hidhudha.kanaaf immoo duutiif hidhaan amma oromiyaa kessatti ta'a jiru du'a kooti. Ani hamman jiruutti dhugaa uummata koo bakka Isheen jirtuu qotee baasuuf duubatti hin jedhu. Yeroo hundaa dhugaa saba koo nan dubbadha. Uummatichaafis nan jiraadha. 🕊️Ani dhuunfaadhaan gaaffii hin qabu. Garuu akka sabaatti dhumaa waan jirruuf, nun ajjeesinaa isiniin jenna. Beekaa; isin kadhachaa jirra. Du'uu waan hin barbaanneef waan baay'ee isin kadhanne. Yoo waan jenne diddan garuu hundaa didnee, diignee isinitti argisiisna. Utuu kadhannuu erga duunee, utuu ajjeesnuu du'uunis salphaa nutti taati. ☺️Uummanni har'a waan nyaatu dhabee, mana keessa jiraatu dhabee, dhuma irra morma isaa dhabaa jiru kun sin teessoo sana irra teessisuuf reeffa dhala isaa irra taa'ee darbeem. Akka ati morma irraa kuchisiistu yoom bare inni😭akka heating ijoollee isaa isa biraatti namootaan gudeedaamtu yoo hubaanne. 🫴Utuu kana beekne bittaa alagaa jalaa ba'uuf, maalif dhala gabbarra. Teessoon nuti keenya jennee, keenya itti ol yaasne utuu hin turiin ormaaf ofiin kiristinnaa of kaase. Nu jibbee nu gane. Gantummaa keessanii fi gadhummaa keessan utuu arginuu dhiiga ofii gannuuree? Jennee waggoottaniif kadhaa keessaniif laga baay'ee lixne, muummee baay'ee qaxxaamurre. Garuu isinitti homaa hin fakkaanne, ammayyuu isa abbaa keessan ajjeesee wajjin nyaattanii dhugdu, waliin nu ajjeestu, qalamuu keenyatti dabballoota keessan qoosistu. Kun immoo nuuf xiiqii guddaa dha,jibba guddaadha,Aarti guddaadha. Morma tokkitti qabnu cituu waan hin barbaanneef. Kanaaf morma keenyaaf mormaachuu murteessine. 🆓Amma mana irra naannoftanii nan doorsisiina. Ani dantaa keessan hin qabu. Silan uummataaf ba'e, durseen dhugaa saba kiyyaaf ba'e, ani guyyaa hundaa uummata koo dubbachuuf humna dhabeef nan dubbadha📢 ✍️Dhugaan na biratti dhugaadha. Uummanni isin nuffeera, dadhabeera. Garuu akka isin yaaddan sana miti. ✍️Waan isin yaaddan isin durseen beeka; uummanni kun yoo beela'e, yoo ajjeefame, yoo doorsifame, humna isaa fixatee harka laadhataadhaan akka isin qe'ee keenya diigdan beekna. Garuu hubadhaa mootummaan abbaa irrummaan kana booda oromoo bulchuu hin danda'u. Abbaan duruu ilmaaf obsa, garuu obsi namaa daangaa qaba. Kanaaf adamoo koo dhiisaa. Ani sodaa waan jedhamu isin irraa hin qabu. Isin meeshaa waraanaa qabdu, ani immoo dhugaa uummata koon qaba. 🫴Yoo Wal-balleessuu immoo haaraa miti. Maaddii tokko irraa utuu nyaattanii dhiiga koo, fira koo, obboleessa koo,' Hacaaluu Hundeessaa' hin galaafannee isin.😭 Dhugaa uummataa dubbachuu isaaf gameessicha ilma Oromoo 'Jaal Battee Urgeessaa' hin nyaannee isin.😭 Kanaaf eenyutu isiniif dhugaa isaa dhiisa jettaniitu. Dhugaa keenyaaf bakkee bulaa jirraam dhagaa boraafanne. Guyyaa tokko ganamaan qotee bulaan gameef kun of irraa isin geggeessa. Isin meeshaa gurguddaa abdattu, nuti immoo dhugaa keenyaaf, Uumaafi uummata keenya abdanna. ✍️Jajjaboodha kan jedhaman mootummoota baay'eetu daaraa botoroo ta'e. Meeqa kan miilla bakar waaree ta'e. Guyyaa tokkicha daaraa botoroo taatu. Kanaaf nu dhiisaa. Uummata keenya gadadoo keessaa baafanna waraana maqaa itti moggaastanii uummatatti gad dhiistan kana nurraa hidhadhaa. Uummata ijoollee keenya isin jedhu kana irraa dhaabbadhaa. Inni hin beeku bishaan ormaan cuubaamtanii akka isin ormoomtan. 🙅Ajjeesaan ajjeesuu hin nuffu yoo ta'e, nuti immoo yeroo malee du'uu hin barbaannu. 🙅Beekaa dhaloonni kun dhaloota Ijibbaataati. Ijibbaata falmanna.#freeoromiya #freesalale #obsa74 #stopgenocide
123.9k
11.76%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Si kabaje amma bro @kara Deemaa  #freesalale #freeoromiya #obsa74 #stopgenocide #fyp #obsa74
Si kabaje amma bro @kara Deemaa #freesalale #freeoromiya #obsa74 #stopgenocide #fyp #obsa74
188.0k
13.29%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: #እግዚአብሔርን #ሳያቅ #ማንም እንዳይሞት 🙌🏿 #ኢየሱስ #obsa74 #farfannaafaanoromo #fyp #vira #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #amharicmezmur_protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #oromomusic
#እግዚአብሔርን #ሳያቅ #ማንም እንዳይሞት 🙌🏿 #ኢየሱስ #obsa74 #farfannaafaanoromo #fyp #vira #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #amharicmezmur_protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #oromomusic
41.7k
13.12%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Yerusalem 🙌🏿  #ኢየሱስ #farfannaafaanoromo #obsa74 #fyp #vira @Solomon Alemu 📸@gutee 80
Yerusalem 🙌🏿 #ኢየሱስ #farfannaafaanoromo #obsa74 #fyp #vira @Solomon Alemu 📸@gutee 80
64.3k
15.42%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: 🔥👏🏾 #ኢየሱስ @Solomon Alemu #farfannaafaanoromo
🔥👏🏾 #ኢየሱስ @Solomon Alemu #farfannaafaanoromo
29.2k
13.95%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: 🙌🏿
🙌🏿
41.3k
14.8%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Happy ☀️ day 🙌🏿  #obsa74 #ethiopian_tik_tok #fyp #vira #ኢየሱስ #viral #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #amharicmezmur_protestant #farfannaafaanoromo #megersabekele
13.4k
15.3%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Gatii Gudda nabirra qabda 🙌🏿 #obsa74 #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #ኢየሱስ #amharicmezmur_protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #farfannaafaanoromo
Gatii Gudda nabirra qabda 🙌🏿 #obsa74 #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #ኢየሱስ #amharicmezmur_protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #farfannaafaanoromo
12.4k
15.77%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: This song 🔥 #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #amharicmezmur_protestant #viral #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
This song 🔥 #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #amharicmezmur_protestant #viral #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
23.7k
15.01%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Be hiwote Zemen 🙌🏿 #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #fyp #እግዚአብሔርን📸
Be hiwote Zemen 🙌🏿 #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #fyp #እግዚአብሔርን📸
34.3k
12.5%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: #ኢየሱስ 🙌🏿 #obsa74 #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #fyp #amharicmezmur_protestant #amharicmezmur_protestant #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹
287.5k
12.39%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Kan akkasa naf jiraree 🙌🏿  #እግዚአብሔርን #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #viral #fyp @YONI D @Singitan ❤️💚❤️
Kan akkasa naf jiraree 🙌🏿 #እግዚአብሔርን #obsa74 #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira #viral #fyp @YONI D @Singitan ❤️💚❤️
14.6k
13.94%
A post by @obsa.74 on TikTok caption: Ati Humnakotii 🙌🏿 #obsa74 #እግዚአብሔርን #ሳያቅ #ማንም #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #viral #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira
Ati Humnakotii 🙌🏿 #obsa74 #እግዚአብሔርን #ሳያቅ #ማንም #ኢየሱስ #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #viral #ethiopianprotestantmezmur🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #vira
11.7k
17.71%

start an influencer campaign that drives genuine engagement